ታዋቂው አርቲስት ነፃነት ወርቅነህ ባጋጠመው ድንገተኛ ህመም ከዚህ ዓለም በሞት በመለየቱ ጥልቅ ሃዘን ተሰምቶኛል።
ለአርቲስት ነጻነት ቤተሰቦች፣ ወዳጆች እና አድናቂዎች በሙሉ መጽናናትን እመኛለሁ።
ፈጣሪ ነብሱን በአጸደ ገነት ያኑር።
Artistiin beekamaan Natsaannat Warqinah dhibee tasaa isa muudateen addunyaa kanarraa du’aan boqachachuu isaatiin gaddi guddaan natti dhagahameera.
Maatii artistii Natsaannatiif, jaalattootaa fi dinqisiifattootasaa hundaaf jajjabina hawwa.
Waaqayyoon lubbuusaa jaannata keessa haa jiraachisu.
